Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 1:43 - WAADAA LAMMATAA

43 haadha Gooftaa kiyyaa gara kiyya dhufuun kee naa ulfinna attamiiti?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

43 Haati Gooftaa kiyyaa ana laalu'uuf dhufuun isi'ii, anaaf ulfinna ol aanaa attamiiti,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

43 Haadha Gooftaa kiyyaa! gara kiyya dhufuun kee naa ulfinna attamiiti?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 1:43
15 Referans Kwoze  

Toomaasillee, «Gooftaa kiyya Waaqaa kiyya!» jedhee deebiseef.


Bu'aa worra kiyyaatiif jechu'uun yookiin sababaa duwwaa uf jaju'uutiin waan tokkollee hin godhinaa'a. Haata'uu ammoo isin martinuu hiriyyaa ufii akka waan isa irra caaluutitti gara-laafumma'aan haa laalu.


Adha qachaa Daawitii keessatti qorsi isinii dhalateera; innillee Gooftaa Kiristoos.


Gooftaa kiyya Yesuus Kiristoosiin beekuun waa mara waan caaluuf ani waa maraa akka waan bu'aa hin qabneetitti laakkayee isaaf jedhee, waa maraan miidhame.


Isin, ‹Barsiisa'aa fi Gooftaa› naan jettani, akkasuma waan ta'eef mishaa jettan.


Kanaafuu ani gara kee dhufuun naaf hin malu. Haata'uu ammoo afaanuma calla'aan ajaji, mucaan kiyya hin fayya jedhe.


Yohaannis ammoo, «Natu siin cuuphama malee, situ naan cuuphamaa?» jedhaa'a ufirraa isa dhoogga'aa ture.


Uduma Yesuus gumii woliin dubbata'aaru, haatinii fi obboleewwan isaa isa dubbisu'uuf dhufan diida dhaabataniiran.


Laagaa ufii ol fudhatteeti akkana jette. «Ati dubartoota keessaa ta eebbifamte. Fiixaan gadaamessa keetiillee ka eebbifame!


Hennaa laagaa nagaya keetii gurra kiyyaan dhagaye rimeenni gadaamessa kiyya keessatti gammachu'uun utaale.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite