Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 1:42 - WAADAA LAMMATAA

42 Laagaa ufii ol fudhatteeti akkana jette. «Ati dubartoota keessaa ta eebbifamte. Fiixaan gadaamessa keetiillee ka eebbifame!

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

42 qooniqqa isi'ii'llee ol fudhattee akkana ni jette, «Ati dubarttoota jiddu'uu ta eebifamtte, ka si irraa dhalatu'llee ka eebbifame.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

42 Laagaa ufii ol fudhattee akkana jette, «Ati dubartoota keessaa ta eebbifamte. Fiixaan gadaamessa keetiillee ka eebbifame!

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 1:42
13 Referans Kwoze  

«Mootiin maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame! Sami'ittillee nagaya, gammachu'uu fi ulfinna!» jedha'aa Rabbiin galateeffatan.


Maleekkaan sunillee gara isi'ii dhufee, «Ati ta ayyaanaan guuttamte gammadi; Gooftaan si woliin jira; Ati dubarttoota keessaa ta eebbifamte!» jedheen.


Salphinna garbittii ufii waan argeef, adha irraa jalqabee dhaloonni maruu ta eebbifamte naan jedhan.


Abboonnillee ka isaanii waan ta'eef isaan keessaa Kiristoos fooniin dhalate, Inni waa maraa ol ta'ee, bara baraan Waaqa eebbifama'a! Amiin.


Elsaabeex hennaa nagaya Maariyaamii dhageette, rimeenni gadaamessa isi'ii keessatti utaale; Elsaabeexillee Ayyaana Woyyu'uun guuttamte.


haadha Gooftaa kiyyaa gara kiyya dhufuun kee naa ulfinna attamiiti?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite