Wongeela Luqaas 1:41 - WAADAA LAMMATAA41 Elsaabeex hennaa nagaya Maariyaamii dhageette, rimeenni gadaamessa isi'ii keessatti utaale; Elsaabeexillee Ayyaana Woyyu'uun guuttamte. Gade chapit laWaadaa Haarawa41 Elsaabex qooniqqa nagaya Maariyaamii yeroo dhageettetti, daa'immnni gadaamessaa isi'ii keessa ture ni utaale. Elsaabex'llee Hafuura Qulqullu'uun guuttamttee, Gade chapit laKitaaba Woyyuu41 Elsaabeex hennaa nagaya Maariyaamii dhageette, rimeenni gadaamessa isi'ii keessatti utaale; Elsaabeexillee Ayyaana Woyyu'uun guuttamte. Gade chapit la |