Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 1:40 - WAADAA LAMMATAA

40 Isiin gara mana Zakkaariyaasii seentee Elsaabeexiin nagaya gaafatte.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

40 Gara mana Zakaariyaasii'llee aseenttee, Elsaabexiin nagaya ni gaafatteen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

40 Isiin gara mana Zakkaariyaasii seentee Elsaabeexiin nagaya gaafatte.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 1:40
4 Referans Kwoze  

Bara Heroodisi mootii biyya Yihuuda'aa ta'eeru, balbala Abiya'aa keessaa gadicha Zakkaariyaas jedhamu tokkotu jira. Haati manaa isaallee fiixaa ijoollee Aarooniiti. Maqaan isi'iillee Elsaabeex jedhama.


Maariyaamillee ji'uma san kaatee, gara biyya gaaraa qachaa biyya Yihuudaa ariifattee dhaxxe.


Elsaabeex hennaa nagaya Maariyaamii dhageette, rimeenni gadaamessa isi'ii keessatti utaale; Elsaabeexillee Ayyaana Woyyu'uun guuttamte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite