Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 1:39 - WAADAA LAMMATAA

39 Maariyaamillee ji'uma san kaatee, gara biyya gaaraa qachaa biyya Yihuudaa ariifattee dhaxxe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

39 Yeroo sanitti Maariyam gara magaalaa biyya Yihuda'aa ta gaaraa jirttuu, dadafaan kaatee ni deemtte.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

39 Maariyaamillee ji'uma san kaatee, gara biyya gaaraa qachaa biyya Yihuudaa ariifattee dhaxxe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 1:39
7 Referans Kwoze  

Ollaan isaanii martinuu hin sodaatan. Wonti kun biyya Yihuuda'aa marattuu odeeffame.


Maariyaamillee, «Ani hojjattuu Goofta'aati, akkuma ati jette naa haata'uu» jetteen. Achiin maayessa Maleekkaanillee isii biraa deeme.


Isiin gara mana Zakkaariyaasii seentee Elsaabeexiin nagaya gaafatte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite