Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 1:34 - WAADAA LAMMATAA

34 Maariyaamillee Maleekka'aan, «Ani durba duudaa waan ta'eef, kun attamitti ta'a?» jetteen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

34 Maariyaam'llee maleeyikkichaan, «Ani durbba duuda'a, eegaa, wonitti kun attamitti ta'uu danda'a ree?» jetteen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

34 Maariyaam Maleekka'aan, «Ani durba duudaa waan ta'eef kun attamitti ta'a?» jetteen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 1:34
4 Referans Kwoze  

Hollata'aatti maalalfatee, «Gooftaa kiyya! Akka maal godhu feeta?» jedheen. Gooftaanillee, «Ka'iitii gara qacha'aa seeniitii waan godhuu si barbaachisu sitti himan» jedheen.


Mana Yaaqoobii irratti haga bara baraa mooya, Jeennanni isaallee dhuma hin qabu.»


Maleekkaanillee deebisee akkana jedheen, «Ayyaanni Woyyuun sitti hin dhufa, hunni Rabbii Ol Aana'aallee si golga. Kanaafuu ka sirraa dhalatu Woyyuu Ilma Rabbii jedhama.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite