Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 1:26 - WAADAA LAMMATAA

26 Maleekkaan Rabbii Gabri'eel ji'a jahaffa'aatitti gara qachaa Naazireetii Galiilaa keessatti argamtuu,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

26 Elsaabex ulfoofttee ji'a jahaffaa titti malayikichi Gabri'eel arddii Galiila'aa titti gara magaalaa argamtu ta Naazireet jedhamtuu titti, Waaqaan biraa ni ergame.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

26 Maleekkaan Rabbii Gabri'eel ji'a jaheesso'ootitti gara qachaa Naazireetii Galiilaa keessatti argamtuu,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 1:26
8 Referans Kwoze  

Raattotaan waan Yesuusii, «Inni ‹Naazireeticha› jedhama» jedhamee ka dubbatame akka raawwatamuuf, gara qachaa Naazireeti jedhamtuu dhaqee achi taa'e.


Maleekkaan deebisee, «Ani Gabri'eelii afoo Rabbii dhaabadhu, oduu gammachu'uu kana sitti himu'uuf ergame.


Kuuwwan ammoo, «Kiristoos» jedhan. Kuuwwan ammoo, «Kiristoos dhuga'aan Galiila'aa dhufaa?


Yooseefillee akkasuma dhalootaan fiixaa Daawitii waan ta'eef, qachaa Naazireeti ta Galiilaa keessatti argamtu bayee gara qachaa Daawitii ta biyya Yihuudaa Beetaliheemiin dhaqe; inni galmaayu'uuf Maariyaamii qaadhima isaa ta ulfaa woliin achi ol baye.


Yooseefii fi Maariyaam waan Seerri Goofta'aa ajaju mara haga godhanii fixaniin maayessa, gara qachaa ufii gara Naazireetii, ka Galiilaa keessatti argamuu deebi'an.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite