Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 1:23 - WAADAA LAMMATAA

23 Innillee ji'oonni tajaajila isaa dhumnaan gara mana ufii deeme.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

23 Yeroo tajaajila isaa'llee eega raawwatameen duubatti Zakaariyaas gara mana isaa, ni deeme.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

23 Inni ji'oonni tajaajila isaa dhumnaan gara mana ufii deeme.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 1:23
4 Referans Kwoze  

Haga achii bayellee womaa isaanitti himuu hin dandeenne. Isaanillee hennaa mana woyyuu keessa ture akka inni mudhata arge hubatan Inni duudaa dubbachuu hin dandeenne waan ta'eef, malkataan isaanitti hime.


Achiin maayessa haati manaa isaa Elsaabeex ulfoofteetti, hennaa Gooftaan mudaa kiyya narraa kaasuuf jedhee namoota jiddu'utti na yaadatee akkana naa godheera jettee, ji'a shaniitiif uf dhossite.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite