Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 1:22 - WAADAA LAMMATAA

22 Haga achii bayellee womaa isaanitti himuu hin dandeenne. Isaanillee hennaa mana woyyuu keessa ture akka inni mudhata arge hubatan Inni duudaa dubbachuu hin dandeenne waan ta'eef, malkataan isaanitti hime.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

22 Zakaariyaas Mana Waaqeffanna'aatii yeroo bayetti, namootaan woliin haasayu'uuf hin dandeenne, kanaaf isaan Mana Waaqeffanna'aa keessatti mulidhanni ka isatti mulidhate ta'uu ni beekan, inni'llee harkaan akeeka'aa isaan ni hubachiisa ture. Haala kanaan'llee duudaa ta'ee ni ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

22 Haga achii bayellee womaa isaanitti himuu hin dandeenne. Isaanillee hennaa mana woyyuu keessa ture akka inni mudhata arge hubatan Inni waan duudaa dubbachuu hin dandeenne ta'eef malkataan isaanitti hime.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 1:22
8 Referans Kwoze  

Abbaan Ilma ufiitiin eennu jedhee maqaa akka itti baasu malkataan gaafataniin.


Hennaa inni hoffolcheen Phaawuloos gooba irra dhaabatanii dubbatan irra dhaabatee, harkaan gara ummataa akeekee, haga ummanni cadhise afaan Ibiraayisxiitiin akkana jedhee dubbate.


Yihuudonni namicha Iskindiroos jedhamu dhiibanii afoo bani'iititti baasan. Iskindiroosillee harkaan mudhisee, akka isaanii falmu godhan.


Inni ammoo akka cadhisaniif afaan isaanitti dhadhayatee, attamitti akka Gooftaan mana hidha'aatii isa baase isaanitti himee, waan kana Yaaqoobii fi obboleewwan kaawwanittillee himaa'a isaaniin jedhe. Achii bayeeti gara hulee biraa dhaqe.


Simoon Pheexroos, isa ijaan dhayeeti, «Waan eennuu akka dubbatte nutti himi» jedheen.


Baniinillee Zakkaariyaasiin eega'aa ture. Mana woyyuu keessa ol seenee waan tureef maalalan.


Innillee ji'oonni tajaajila isaa dhumnaan gara mana ufii deeme.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite