Wongeela Luqaas 1:18 - WAADAA LAMMATAA18 Zakkaariyaasillee Maleekkaa saniin, «Wonti kun akka ta'u attamiin beeka? Anii fi haati manaa tiyyallee jaarreerra» jedheen. Gade chapit laWaadaa Haarawa18 Zakaariyaas garuu Maleyikkichaan, «Wonitti kun dhugaa ta'uu isaa maali'iin beeka? Ani jaaree jira, haati worraa tiyya'llee umri'iin ufi durana deemitee jirtti» jedheen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu18 Zakkaariyaas Maleekkaa saniin, «Wonti kun akka ta'u attamiin beeka? Anii fi haati manaa tiyyallee jaarreerra» jedheen. Gade chapit la |