Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 1:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Ijoollee Isiraa'elii keessaa namoota hedduu gara Waaqa Gooftaa isaaniititti hin deebisa.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Inni'llee ummata Israa'eelii keessaa baayi'eewwan gara Waaqa Gooftaa isaanii isaan ni deebisa,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Ijoollee Israa'elii keessaa namoota hedduu gara Waaqa Gooftaa isaaniititti deebisa.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 1:16
8 Referans Kwoze  

Yohaannis karaa qajeellumma'aatiin isinii dhufe. Isin ammoo itti hin amanne. Qaraxxoonninii fi seebartoonni ammoo itti amanan. Isin kana argitaniillee, aagii galtanii itti hin amanne.


Akkasuma ati daa'ima nana raagaa Rabbii Ol Aana'aa hin jedhamta, Karaa isaallee haxaayu'uuf Gooftaa afoo deemta.


Yohaannis biyya naannoo Yoordaanosii keessa deemee, «Cubbuu keessan irraa deebi'aatii cuuphamaa'a; Rabbillee cubbuu keessan isinii araarama» jedhee lallabe. Kitaaba Raatticha Isaayyaasii keessatti, ‹Karaa Goofta'aa qopheessaa'a; karaallee qajeelchaa'a! jedha'aa laagaan nama biyya gammoojjii keessatti iyyuu, Qileen maruu haa guuttamuu, gaarrinii fi gooddi maruu gadi haa jedhuu, karaan daddabaanillee qajeelaa haa ta'uu, namni foon uffate maruu fayyisuu Rabbii haa arguu;› » jedhamee akkuma barreeffame cuuphaa dhiifamsa cubbu'uu lallaba'aa gara biyya naannaya Sooriya'aa maraa dhaqe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite