Wongeela Luqaas 1:15 - WAADAA LAMMATAA15 Innillee afoo Goofta'aatitti waan nama guddaa ta'uuf, daadhii woyini'ii yookiin dhuddoo nama macheessu sirimaa hin dhugu, uduu garaa haadha isaa keessa jiru Ayyaana Woyyu'uun guuttama. Gade chapit laWaadaa Haarawa15 Inni'llee Gooftaa duranatti hangafa ni ta'a, daadhii woyyinni'iitii fi ka bira'aa'llee dhugaatii nama macheessu hin dhugu, uduma gadaamessaa haadhaa keessa jiru Hafuura Qulqullu'uun ka guuttame ni ta'a. Gade chapit laKitaaba Woyyuu15 Inni Gooftaa afo'otti waan nama guddaa ta'uuf daadhii woyini'ii yookaan dhuddoo nama macheessu sirimaa hin dhugu, uduu garaa haadha ufii keessa jiru Ayyaana Woyyu'uun guuttama. Gade chapit la |