Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 1:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Maleekkaan sunillee akkana jedheen, «Zakkaariyaas, kadhaan kee sii dhagayameera hin sodaatin! haati manaa tee Elsaabeex ilma dhiiraa sii deetti; maqaa isaallee Yohaannis jettee itti baafta.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Maleeyikkichi garuu akkana ni jedheen, «Yaa Zakaariyaas! Hin sodaatiin! Kadhannaan kee siif dhagayamee jira, haati worraa kee Elsaabex ilma dhiiraa siif ni deetti, maqaa isaa'llee Yohaannis jettee ni waamitaan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Maleekkaan sun akkana jedheen, «Zakkaariyaas! kadhaan kee sii dhagayameeraa hin sodaatin! haati manaa tee Elsaabeex ilma dhiiraa sii deetti; maqaa isaallee Yohaannis jettee itti baafta.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 1:13
27 Referans Kwoze  

‹Qorneelewoos! faateen kee Rabbiin afo'otti sii dhagayameera, kennaan ati hiyyeeyyi'ii kennitullee sii yaadatameera.


Guyyaan saddeetaffaan geennaan, hennaan daa'ima gadoomsan gaye, akkuma haati isaa uduu hin ulfaayiniin duratti Maleekkaan maqaa isaa baase san «Yesuus» jedhaniin.


Hennama san Yesuus ammoo, «Jabaadhaa'a! anaa, hin sodaatinaa'a!» jedhee dubbate.


Maleekkanillee dubartootaan akkana jedhe, «Hin sodaatinaa'a; isin Yesuusii fannifame akka soqa'aartan hin beeka.


Maleekkaanillee akkana isi'iin jedhe, «Maariyaam, hin sodaatin! Rabbiin afo'otti badhaadha argatteertaa.


Inni ammoo, «Hin nayinaa'a; Yesuusii Naazireetii ka fannifame soqa'aartanii? Inni ka'eera arma hin jiru; kunoo huleen isa kaayan.


Isiin Ilma dhiiraa deetti; Innillee banii cubbuu irraa hin fayyisa maqaa isaallee Yesuus jettee waamta» jedheen.


Gammaddee usheexita; yoo inni dhalate, namoonni hedduu hin gammadan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite