Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 1:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Maleekkaan Goofta'aa mi'a kennaa hixaanaa itti aarsaniin gara mirgaatiin dhaabatee, Zakkaariyaasitti mudhate.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Maleeyikkaan Goofta'aa furdda ixaanni itti aarffamu gara mirgaatiin dhaabatee, Zakaariyaasitti ni mulidhate.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Maleekkaan Goofta'aa mi'a kennaa hixaanaa itti aarsaniin gara mirgaatiin dhaabatee, Zakkaariyaasitti mudhate.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 1:11
15 Referans Kwoze  

Maleekkaan jahaffa'aa xurumbaa afuufe. Gaafa worqii irraa hojjatame ka kennaa irratti dhiyeessan ka Rabbiin afoo jiru keessaa laagaa tokko dhagaye.


Maleekkonni Rabbii maruu, ayyaana worra fayyinna dhaalan kana tajaajilu'uuf ergamanii mii?


Maleekkaan Goofta'aa ammoo halkanniin mana hidha'aa keessaa banee isaan baaseeti,


Maleekkaan Rabbiillee akkana isaaniin jedhe, oduu gammachu'uu ka banii maraaf ta'u waan isinitti himuuf, «Hin sodaatinaa'a!


Maleekkaan sunillee gara isi'ii dhufee, «Ati ta ayyaanaan guuttamte gammadi; Gooftaan si woliin jira; Ati dubarttoota keessaa ta eebbifamte!» jedheen.


Maleekkaan deebisee, «Ani Gabri'eelii afoo Rabbii dhaabadhu, oduu gammachu'uu kana sitti himu'uuf ergame.


Maleekkaan Goofta'aa dimmaa isaanitti mudhatee, ulfinni Goofta'aallee isaanitti ifnaan bararraaqan


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite