Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 1:1 - WAADAA LAMMATAA

1-4 Teefiloosii kabajjamaa'a, worri dura ija ufiitiin arganii fi tajaajiltoonni dubbii isaa akkuma nuuf dabarsan wontoonni nu biratti raawwatame namoonni hedduu seenaa qopheessuu waan yaalaniif anillee akkasuma waan dubbii ati baratte san dhugaa akka beettu, duruma irraa jalqabee mara isaaniituu suutaan xiinxallee tartiibaan si barreessuun mishaa akka ta'e arge.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Ka kabajamitte yaa Tewofilos, Wonittoota nu jiddu'utti raawwataman seenaa ibisu, asiin durana baayi'eewwn barreessanii jiran.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Teefiloosii kabajjamaa'a! waan nu jiddu'utti raawwatamuuf namoonni hedduu seenaa kana haga isaanii danda'ame barreessaniiran.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 1:1
13 Referans Kwoze  

Dhossaan Rabbiin fakkachu'uu mamii malee gudda'a; «Ka Fooniin mudhate, Ka Ayyaanaan qajeelaa ta'e, Ka Ergamtootatti mudhate, ka banii Yihuudii hin taanee lallabame, Ka biyya lafaa keessatti amaname, Ka ulfinnaan ol baye.»


Haata'uu ammoo, Yesuus inni Kiristoos ilma Rabbii akka ta'e akka amantan amantaanillee maqaa isaatiin jireenna akka isinii ta'u kun barreeffameera.


Haata'uu ammoo hujiin lallaba Oduu Nagayaa ka anaan raawwatamuuf, akka worri Yihuudotaa hin taane martinuu dhagayaniif Gooftaan na bira dhaabatee na jabeesse. Afaan leencaa jalaallee na hambise.


Isaanillee bayanii, naannoo maraa dhaqa'aa, Oduu Nagayaa lallaban. Gooftaanillee isaan woliin hojjata'aa ture. Maalalee hojjataniin lallaba isaanii isaanii mirkaneesse.


Namni Kun guyyaan tokko guyyaa biraa irra woyyaa akka ta'e hin yaada. Kuun ammoo guyyaan maruu tokko akka ta'e yaada; maruu qalbii ufiitiin jabeessee haa hubatuu.


Onneen isaanii akka jajjabaatu jaalalaanillee wol ta'anii gara qalbifannaa hubanna'aan argamuutitti, gara durummaa mara akka gayan, dhossaa Rabbii isallee Kiristoosiin akka beekaniif wondhanssa isaaniif baya.


Garbichi Kiristoosii Ephafiraan keessan nagaya isiniin jedheera. Fedha Rabbii maraa hubattanii, guutuu taatanii, akka dhaabattan, hennaa maraa waan keessaniif jabaatee Rabbiin kadhata.


Oduun Nagayaa ka isinii lallabne hunnaa fi Ayyaana Woyyu'uun hubbannaa hedduun malee, dubbii calla'aan gara keessan waan hin dhufneef, isin biratti waan keessaniif attamitti akka jiraanne hin beettan.


Amanta'aa fi obsaanillee worra dubbii abdi'ii dhaalan akka fakkaattaniif malee ammshaaggota rincicoota akka isin hin taaneef haga abdiin guutuuf isin maruu ciminna san haga dhumaa akka mudhiftan hin hawwina.


sodaa sammu'uu ka dharaa irraa qulqullaayu'uun garaa keenna qulqulleeffannee, nafa keenna bisaan qulqullu'uun dhiqannee, amantaa hubanneen garaa qajeelaa'an Rabbitti haa dhiyaannuu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite