Gara Worra Filiphisiiyusii 4:5 - WAADAA LAMMATAA5 Gara-laafinni keessan nama maraa biratti haa beekkamuu. Gooftaan dhiyo'o. Gade chapit laWaadaa Haarawa5 Mishummaan keessan nama mara birattuu ka beekkame haa ta'u, Gooftaan deebi'ee dhufu'uuf dhiyaatee jira, Gade chapit laKitaaba Woyyuu5 Gara laafinni keessan nama maraa biratti haa beekkamuu; Gooftaan dhiyo'o. Gade chapit la |