Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Hennaa maraa Goofta'aan gammadaa'a. Ammallee deebi'ee jedhaa gammadaa'a!

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Yeroo maraa Goofta'aan gammadaa, dabalee'llee, «Gammadaa!» jedha.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Hennaa maraa Goofta'aan gammadaa'a; ammallee deebi'ee jedhaa gammadaa'a!

Gade chapit la Kopi




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:4
18 Referans Kwoze  

Abdi'iin gammadaa'a; rakkinna keessatti obsaa'a; faateffachu'uun jabaadhaa'a.


Obboleeyyan tiyya! Waan hafeen, Goofta'aan gammadaa'a waan tokko deebisee isinii barreessuun na hin dhibu. Isiniif ammoo nagaya.


Isaan raattota isiniin duraatuu akkasuma ari'aa turan. Gatiin keessan samii gubba'atti guddaa waan ta'eef, gammadaa ililfadhaa'a» isaaniin jedhe.


Haata'uu ammoo hennaa Kiristoos ulfinna ufiitiin mudhatu gammachuun keessan guddaa akka ta'u worra rakkoo isaa qoodamtan waan taataniif gammadaa'a.


Halkan qixxee ammoo Phaawuloosii fi Sillaasi Rabbiin kadhata'aati faaru'uun Rabbiin galatoonfata'aa turan. Worri hidhamanillee caqasa'aa turan.


Isaanillee maqaa isaatiif tuffatamuun akka waan misha'aatitti fudhatanii yaa'ii murti'ii afo'oo gammada'aa yaa'an.


Haata'uu ammoo nullee yoo ta'e yookiin maleekkaan sami'ii Oduu Nagayaa nu isinitti lallabne irraa ka adda ta'e, yoo isinitti hime ka abaarame haata'u!


Worra gaddu uduu taanu hennaa maraa hin gammanna. Hiyyeeyyii taanee, namoota hedduu dureeyyii goona, worra womaa hin qabne fakkaannullee, wonti maruu keenna.


Isinillee akkasuma gammadaa'a. Na woliinillee gammadaa'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite