Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Jaalatamtoota tiyya, yaada tokkoon Goofta'aan akka wolii galaniif, Eewodiyaanii fi Sinxiikee hin gorsa.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Ewodiyaa fi Sinxiiki'llee ufii isaaniitii Goofta'aan wolii galanii, akka jiraataniif isaan ni kadhadha.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Jaalatamtoota tiyya, yaada tokkoon Goofta'aan akka wolii galaniif, Eewodiyaanii fi Sinxiikee hin gorsa.

Gade chapit la Kopi




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:2
12 Referans Kwoze  

Namoota maraa woliin nagayaan jiraadhaa'a Woyyoomuu barbaadaa'a. Isaan malee ka Gooftaa arguu danda'u waan hin jirreef.


Haata'uu ammoo obboleeyyan tiyya! Isin maruu dubbii tokko akka dubbattan garaa tokko fi yaada tokkoon worra wol ta'u akka taataniif malee, addaan wol fooyuun isin jiddu'utti akka hin taane, Maqaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin isin kadhadha.


Sooqiddi waan misha'a. Sooqiddi ammoo kuraawummaa yoo uf keessaa dhabe, maali'iin kuraaya? Lubbuu teessan keessaa sooqiddi haa jiraatu. Nagaya wolii qabaadhaa'a!» jedhe.


Ta'ullee woma duraan baranne callaa jabeessinee haa qabannuu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite