Gara Worra Filiphisiiyusii 4:14 - WAADAA LAMMATAA14 Ta'ullee hennaa rakkoo kiyyaa na woliin waan qoodamtaniif mishaa gootaniirtan. Gade chapit laWaadaa Haarawa14 Haa ta'u malee isin qoodamtoota rakkinna kiyyaa taatanii arigamuu keessaniif, mishaa ni raawwattan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu14 Ta'ullee hennaa rakkoo kiyyaa na woliin waan qoodamtaniif mishaa gootaniirtan. Gade chapit la |