Gara Worra Filiphisiiyusii 2:29 - WAADAA LAMMATAA29 Eegasuu maqaa Goofta'aatiin gammachuu guutu'uun simadhaa'a; worra akka isaalle'e kabajjaa'a. Gade chapit laWaadaa Haarawa29 Egaa nama Gooftatti amane akka ta'uu isaatiin gammachu'uun ufitti fudhadha'aanii, namoota akka isaa jiran maraa isaan kabajaa. Gade chapit laKitaaba Woyyuu29 Eegasuu maqaa Goofta'aatiin gammachuu guutu'uun simadhaa'a; worra akka isaallee kabajjaa'a. Gade chapit la |
Worra gadooman keessaa ka na woliin hidhame, Arisixirookos ilmi obboleessa Barnaabaasii Maarqos ka Iyosxosi jedhamuu fi Iyyaasuun nagaya isiniin jedhaniiran. «Maarqosi gara keessan yoo dhufe simadha'aanii» ajaja jedhu fudhattaniirtu. Worri jeennata Rabbii keessatti na woliin hojjatan kanniin calla'a; isaanillee na jajjabeessaniiran.