Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Gara Worra Filiphisiiyusii 2:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Martinuu ka Gooftaa Yesuus Kiristoosii uduu hin ta'in, woma ufii waan soqaniif.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Kuunniin garuu faayidama mataa isaanii qofa ari'an malee, waayee hujii Yesus Kristositiif dhiphama hin qaban.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Martinuu ka Gooftaa Yesuus Kiristoosii uduu hin ta'in, woma ufii waan soqaniif.

Gade chapit la Kopi




Gara Worra Filiphisiiyusii 2:21
19 Referans Kwoze  

Namni martinuu bu'a gosho'ootiif malee, tokkollee waan ufii hin barbaadin.


Achiin maayessa Yesuus darasoota ufiitiin akkana jedhe, «Na faanaa deemuu ka fedhu yoo jiraate uf haa waakkatuu, fannoo ufii baatee na faanaa haa deemuu»


Namni martinuu waan isa fayyadu hin laalin, waan hiriyyaa isaatii ta'u malee.


Namoonni worra uf jaalatu, worra horii jaalatu, worra uf saadu, worra uf jajan, worra nama arrabsan, worra maatii ufiitiif hin ajajamne,


Waan hin taane hin hojjattu, waan ufii hin barbaadduu, hin biibboftu, hin aartu, gadoo hin laakkayattu.


Eennullee ka gara kiyya dhufuu fedhu yoo jiraate, abbaa fi haadha ufii, haadha manaa, ijoollee, Ilmaan haadhaa, Intallan haadhaatii fi jiruu ufiillee uduu hin hafne yoo hin jibbine, darasaa kiyya ta'uu hin danda'u.


Gara Tasoloonqe'ee deemeera. Qerqiisi gara Galaatiyaa, Tiitoonillee gara Dilimaxiya'aa deemaniiran.


Rakkinni Kiristoosii nu irratti akka guddate akkasuma jajjabaachuun karaa Kiristoosiitiin waan nu baayi'atuuf.


Hennaa ani waan ittiin himatame san dhiyeeffadhe, martinuu narraa dheessan malee, eennullee na hin gargaarre. Rabbi kana isaanitti hin laakkayin.


Phaawuloos ammoo inni isaan woliin akka deemu hin hoffolchineen, isaan biraa Phinfiliya'atti fooyamee waan tureef, gara huji'ii isaan woliin hin dhufne.


Phaawuloosillee goshoota isaa woliin Phaafa'aa ka'eeti gara Phinifiliyaa Pheerge'etti aantuu dhaqe. Yohaannis isaan irraa fooyamee gara Yerusaalemii deebi'e.


Worri Esiyaa keessa jiran maruu, akka narraa fagaatan hin beeta; isaan keessaa Filoqoosii fi Herwaageenesiin fa'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite