Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Gara Worra Filiphisiiyusii 1:19 - WAADAA LAMMATAA

19 Kun kadhaa keessanii fi kennaa Ayyaana Yesuus Kiristoosiitiin naaf fayyinna akka ta'u, waan beekuuf gammada.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

19 Ka biraa waayeen ittiin gammadu kadhannaa keessan fi gargaarssa Hafuura Yesus Kristositiin bilisa akka bayu, waan beekuuf.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

19 Kun kadhaa keessanii fi kennaa Ayyaana Yesuus Kiristoosiitiin naaf fayyinna akka ta'u waan beekuuf gammada.

Gade chapit la Kopi




Gara Worra Filiphisiiyusii 1:19
11 Referans Kwoze  

Worra Rabbiin jaalataniif akka fedha isaatiin worra waamamaniif wonti maruu mishumma'aaf akka ta'u hin beenna.


Hennaa Kolba Misiya'aatiin gayan gara Bitaaniya'aa deemu'uuf yaalan, Ayyaanni Yesuusii isaan hin hoffolchine.


Ilmaan isaa waan taaneef, Rabbi Ayyaana, «Abbaa, Abbaa» jedhee waamu gara keenna erge.


Isin ammoo Ayyaanni Rabbii yoo isin keessa jiraate, Ayyaanaan malee, fooniin hin jiraattan; Ayyaana Kiristoosi ka hin qabne ammoo fira isaatii miti.


Kanaafuu ka jaaladhuuf amanamaa ka ta'e ka Goofta'aan ilma kiyya ta'e Ximootiwoosiin isinii ergeera. Akkuma ani hulee marattuu woldaa Kiristaanaa barsiisu, karaa kiyya ka Kiristoos Yesuusiin ta'u innillee isin qaabsisa.


Ayyaanni Kiristoosii ka isaan keessa jiru, waan rakkoo Kiristoosiitii fi Ulfinna isaan maayessa dhufu firrisee raga'aa, yoom yookaan bara attamii akka raawwatu qorata'aa turan.


Eegasuu Rabbiin Ayyaana ufii isinii keennu ka isin birattillee maalalee godhu, hujii seeraa tiin mo'o amantaa dhageetti'iin ta'een?


Womaa miti! Sobaan ta'ee yookiin qajeellumma'aan ta'ee, Kiristoos hin himama kanaaf gammadeera. Ammaa achillee akkasuma gammada.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite