Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Gara Worra Filiphisiiyusii 1:18 - WAADAA LAMMATAA

18 Womaa miti! Sobaan ta'ee yookiin qajeellumma'aan ta'ee, Kiristoos hin himama kanaaf gammadeera. Ammaa achillee akkasuma gammada.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

18 San ta'ee kana waan kanaan ni gammada fakkeessuun ta'ee dhugaan karaa maraanuu, Kristos ni lallabama.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

18 Eegasuu rakkoon maal irratti? wonti sirnyaa fayyaalumma'aan ta'ee'e, fakkeessu'uun karama kamiinillee haa ta'uu Kiristoos haa lallabamuu; Ani kanaan gammada.

Gade chapit la Kopi




Gara Worra Filiphisiiyusii 1:18
13 Referans Kwoze  

Yesuus ammoo, «Ka isiniin hin mormine isin woliin waan ta'eef, isa hin dhoogginaa'a» isaaniin jedhe.


Eegasuu anii fi isaanillee sanuma lallabna; isinillee ka amantan sanuman.


Eeganaa maal godhuu? Ayyaanaan faateffadha; Akkasuma sammu'uunillee hin faateffadha; Ayyaanaan hin faarfadha; akkasuma sammu'uunillee hin faarfadha.


Isaan faatee dheeraa faateffachu'uun, mana haadha hiyyeessaa worra xamban, worra akkasii san murtii gudda'atu isaan eeggata» jedhe.


Yesuus, «Barsiisota seera Muuse'eetii fi Fariisota fakkeessitoota! Isin balbala jeennata sami'ii namatti waan cuftaniif isin aanne'e! Isin hin galtan, worra itti galanillee akka itti hin galle dhooggitan. [


Eeganaa maal jedha; ciincaa waaqa tolfama'aa waan bu'aa hin qabneef jedhaa? mo'o waaqa tolfamaa waan bu'aa hin qabne akka ta'u jedhaa? Miti.


Eegasuu maal haata'u? Nu badhaadhummaa Rabbiitii gadi malee, seeraa gadi waan hin taaneef, cubbuu haa hojjannuu? Wa'a!


Eegasuu maal haata'u? Nu isaan tarraa? Horomaa hin ta'u Yihuudiillee namoonni Giriikiillee maruu cubbuu jala akka ta'an dursinee waan isaan himaneerruuf.


Isaan ammoo waan kana hin hubanne. Hiikkaan isaan jalaa waan dhokateeruuf hubachuu hin dandeenne; Kanaaf isaan waan kana gaafachuu sodaatan.


Kun kadhaa keessanii fi kennaa Ayyaana Yesuus Kiristoosiitiin naaf fayyinna akka ta'u, waan beekuuf gammada.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite