Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 9:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Rifeensa akka rifeensa dubarti'ii fakkaatu qaban Ilkaan isaanii akka Ilkaan leencaa ti.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 rifeenissa mataa dubartti'ii ka fakkaatu rifeenissa ni qaban turan, ilkaan isaanii'llee ilkaan leenccaa ni fakkaata ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Rifeensa akka rifeensa dubarti'ii fakkaatu qaban; ilkaan isaanii akka ilkaan leencaati.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 9:8
8 Referans Kwoze  

Bareenni keessan waan gubbanaan mudhatu, mataa dhayachu'uun, worqii godhachu'uu fi uffata babbareedaa uffachu'uun hin ta'in.


Akkasuma ammoo intalti uffata ta'u uffachu'uun lash jedhanii qaama ufii haa qandhafanii.


Isaayyaasillee akkasuma, «Gooftaan maraa danda'u uduu fiixaa nuu hanbisuu dhabaatee, silaa akkuma Soodomiitii fi Goomoora'aa banna» jedhee firrisee dubbate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite