Mudhata Yohaannisii 9:7 - WAADAA LAMMATAA7 Bifti Awwaannisaa akka faradoo lolaaf qophooftee mataa isaanii irraa gulloo worqii fakkaatu qaban, fuulli isaaniillee akka fuula namaa ti. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Awwaannisoonni'llee faradoo woraanaaf qophaayan ni fakkaatan turan, mataa isaanii irra waan gonfaan worqqi'ii fakkaatutu jira ture, fuulli isaanii fuula namaa ni fakkaata ture, Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Bifti Awwaannisaa akka faradoo lolaaf qophooftee mataa isaanii irraa gulloo worqii fakkaatu qaban; fuulli isaaniillee akka fuula namaati. Gade chapit la |