Mudhata Yohaannisii 9:5 - WAADAA LAMMATAA5 Isaan akka ji'a shanii callaa rakkisaniif kennameef malee akka ajjeesaniifii miti, miidhaan isaan midhaman akka miidhaa nama buutiin idditeeti. Gade chapit laWaadaa Haarawa5 Isaan'llee yoo ta'e ji'a shaniif isaan makkaraarsu'uuf malee ajeesu'uuf eeyyamnni hin kennamnneef, awaannisoonni makkaraarnni isaan irra gayan ka akka qaajjibbuun yoo nama iddituu titti ka namatti dhagayamuut. Gade chapit laKitaaba Woyyuu5 Isaan akka ji'a shanii callaa rakkisaniif kennameef malee akka ajjeesaniifii miti; miidhaan isaan miidhaman akka miidhaa nama buutiin idditeeti. Gade chapit la |