Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 9:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Aara san keessaa Awwaannifni gara lafaa bayee akkuma buutiin lafaa baallii qaban baalliin isaanii kenname.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Aara keessaa'llee awaannisoonni arddii irratti ni bayan, huminna qaajjibuuwwan arddi'ii ka fakkaatu'llee isaaniif ni kenname,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Aara san keessaa Awwaannifni gara lafaa bayee akkuma buutiin lafaa baallii qaban baalliin isaanii kenname.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 9:3
16 Referans Kwoze  

Isaan akka ji'a shanii callaa rakkisaniif kennameef malee akka ajjeesaniifii miti, miidhaan isaan midhaman akka miidhaa nama buutiin idditeeti.


Bofaa fi buutii akka irra ijjattan hunna diina maraa irratti baallii isinii kenneera. Wonti isin miidhu womtuu hin jiru.


Bifti Awwaannisaa akka faradoo lolaaf qophooftee mataa isaanii irraa gulloo worqii fakkaatu qaban, fuulli isaaniillee akka fuula namaa ti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite