Mudhata Yohaannisii 9:17 - WAADAA LAMMATAA17 Farado'oo fi worra faradoo yaabbatanillee akkasuma manaabaan arge. Uffata diimaa akka ibiddaa gurraacha akka baddeessa'aa, boora akka bookaa fakkaatu qaban. Mataan Faradoo sanniinii akka mataa Leencaati. Afaan isaanii keessaa holataan dhagaa ibiddaa baye. Gade chapit laWaadaa Haarawa17 Farado'oo fi faradoo irra namoota taa'an muldhataan ka isaan arge akka itti aanee jirutti ture, uffanni sibiilaa ka laphee isaanii irra ni jira ture akka mukukula ibiddaa diimaa, akka gurraacha yaakiniitii sami'ii, akka dinni'ii boora ni fakkaata ture, mataa farado'oo'llee mataa leenccaa ni fakkaata ture, afaan isaaniitii'llee ibiddaa fi aarri dinniini'llee ni baya ture, Gade chapit laKitaaba Woyyuu17 Farado'oo fi worra faradoo yaabbatanillee akkasuma manaabaan arge. Uffata diimaa akka ibiddaa, gurraacha akka baddeessa'aa, boora akka bookaa fakkaatu qaban. Mataan Faradoo sanniinii akka mataa leencaati. Afaan isaanii keessaa holataan dhagaa ibiddaa baye. Gade chapit la |