Mudhata Yohaannisii 9:16 - WAADAA LAMMATAA16 Laakkofsi loltuu farado'oollee shikita hennaa shikitaa, shikita hennaa shikitaa ti jedhu dhagaye. Gade chapit laWaadaa Haarawa16 Baayi'inni hoomaa worra farado'oo miliiyoona kuma dhibba lama ta'uu isaa, ni dhagaye. Gade chapit laKitaaba Woyyuu16 Laakkobsi loltuu farado'oollee shikita hennaa shikitaa, shikita hennaa shikitaati jedhu dhagaye. Gade chapit la |