Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 9:14 - WAADAA LAMMATAA

14 Maleekkaan xurumbaa qabu ka jahaffa'aa «Maleekkoota arfan laga guddaa Efraaxisitti hidhaman isaan hiiki!» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

14 Qooniqqi isaa'llee xurunbbaa isaa ka laali'ii ka qabate maleyikkaan jahaffaa, «Laga ol aanaa Efraaxiisii titti ka hidhaman, maleyikkoota arfanii isaan hiiki!» ni jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

14 Maleekkaan xurumbaa qabu ka jaheesso'oo, «Maleekkota arfan laga guddaa Efraaxisitti hidhaman isaan hiiki!» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 9:14
12 Referans Kwoze  

Maleekkaan jahaffa'aallee mijuu laga guddaa Efiraaxes jedhamu irratti jisse. Mootota baya biiftu'uutii dhufan, karaan akka isaanii qophaayuuf bisaan goge.


Maleekkoonni afurii namoota sadi keessaa harka tokko akka ajjeessan, sa'aatii, guyyaa, ji'aa fi wogga'aafillee worri qophaayanii turan hin hiikkaman.


Maleekkaan torbaa ka xurumbaa torbaa qaban afuufu'uuf qophaayan.


Asiin maayii kallatii arfaniin Maleekkota afuurii ka lafarra dhaabataniiran arge; isaanillee qilleensi yoo lafa irraa jiraate yookiin galaana yookiin muka kamittillee kallattii arfaniin akka hin bubbifne dhooggan.


Maleekkoota torban ka afoo Rabbii dhaabatan arge, isaaniillee xurumbaa torbatu kennameef.


Maleekkaan biraa ka chaappaa Waaqa jiraata'aa qabu gara baya biiftu'uutii hennaa bayu arge. Maleekkota arfan lafaaf Galaana miidhu'uuf baalliin kennameefiitti laagaa gudda'aan iyya'aa,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite