Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 9:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Aanne'een duraa lufteerti. Kunoo asiin maayii ammallee aanne'ee lamatu dhufa.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Uunisha'aan jalqabaa dabrree jira, kunoo kanaan duubatti uunishaan bira'aa lama ufi durana ni dhufa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Aanne'een duraa lufteerti. Kunoo asiin maayii ammallee aanne'ee lamatu dhufa.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 9:12
4 Referans Kwoze  

Aanne'een lammaffa'aa lufeeti, akkasuma aanne'een sadaffa'aa dafee dhufa.


Bajjaan tokko samii wodhakka'aa bararee laagaa gudda'aan waan Maleekkota sadihii xurumbaa afuufu'uuf ta'anii, waan laagaa Maleekkota biraa worra lafa irra jiraataniif isaanii aanne'e! Hennaa jedhu dhagaye.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite