Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 7:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Gosa Niftaalemii keessaa kuma kudha lama, gosa Minaase'ee keessaa kuma kudha lama,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 gosa Aseerii keessaa kuma kudha lama, gosa Niftaalemii keessa kuma kudha lama, gosa Minaase'ee keessaa kuma kudha lama,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Gosa Niftaalemii keessaa kuma kudha lama; gosa Minaase'ee keessaa kuma kudha lama,

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 7:6
3 Referans Kwoze  

Raattittiin Haannaa jedhamtu, ta guddiftee jaarteertu, mucattiin Faanu'eelii, ta gosa Aseerii takka achi jirti. Isiin heerumtee woggaa torba haga jiraatteen maayessa, abbaan manaa isi'ii du'e.


Gosa Yihuuda'aa keessaa kuma kudha lama, gosa Robeelii keessaa kuma kudha lama, gosa Gaadii keessaa kuma kudha lama, gosa Aseerii keessaa kuma kudha lama.


Gosa Simo'oonii keessaa kuma kudha lama, gosa Lewwi'ii keessaa kuma kudha lama, gosa Yisaakorii keessaa kuma kudha lama,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite