Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 7:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Ammaa achi hin dheebotan aduunii fi oo'i maruu sirima isaan hin miidhu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Ammaa achitti hin beelayan, hin dheebotan, aduun'llee isaan hin dhoofittu, oo'i'llee isaan hin argatuun,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Ammaa achi hin dheebotan; aduunii fi oo'i maruu sirima isaan hin miidhu.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 7:16
23 Referans Kwoze  

Ka bisaan Ani kennu irraa dhugu maruu ammoo baraa haga bara baraatitti hin dheebotu. Bisaan Ani kennu isa keessatti burqaa jireennaa ka bara baraan isa keessaa burqu ta'a» isi'iin jedhe.


Imimmaan ija isaan maraa irraa haqa. Duuti ammaa achi hin jiru, seerri duraanii waan lufeeruuf jedhee hennaa dubbatu dhagaye.


«Worri qajeellummaa beelayanii fi dheebotan worra eebbifame; waan quufaniif.


«Isin worri amma beeloftan eebbifamtoota; waan quuftaniif! «Isin worri amma boottan eebbifamtoota; waan kolfitaniif!


Worra beelayanillee waan misha'aan isaan quubsee, dureeyyiillee harka duwwaa geegesse.


Hennaa aduun itti baate ammoo qoortee; Hidda gad fagaate waan hin qabneef godde.


Aduun oo'a woliin baati. Marga hin quursiti, daraaraan hin harca'a. Bareenni bifa isaallee hin bada. Akkasuma durreessillee karaa isaa ka jireennaa keessatti hin dadhaba.


Isaan ammoo hidda gad fagaatu waan hin qabneef, hennaa diqqo'oof dhaabatan; maayii sababa dubbii Rabbiitiif rakkinninii fi miidhaan yoo dhufe yoosuu gufatan.


Hennaa aduun baate ammoo hin qoore, hiddalle waan hin godhanneef goge.


Haata'uu ammoo inni hidda hin qabu, hennamaaf jabaata malee, sababa dubbii Rabbiitiif hennaa rakkinniinii fi ari'amuun dhufee yoma san gufatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite