Mudhata Yohaannisii 7:13 - WAADAA LAMMATAA13 Manguddoota keessaa tokko deebisee, «Kunniin ka uffata adii uffatan eennuun fa'a? eessaa dhufan?» Naan jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa13 Jaarsotii keessaa tokko gara kiyya deebi'ee, «Kunniin uffata adii ka uffatan eennu fa'a ree? eessaa'llee dhufan?» naan jedhe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu13 Manguddoota keessaa tokko deebisee, «Kunniin ka uffata adii uffatan eennuun fa'a? eessaa dhufan?» naan jedhe. Gade chapit la |
Manguddoonni diddamii afurii afoo ka teessoo irraa taa'eeruutitti kufanii baraa haga bara baraatitti ka jireennaan jiraatuu, sagada'aa; «Gooftaa keennaa fi Waaqa keenna, «Ati maraa waan uumteertuuf, fedhii keetiif waan jiraataniif, ulfinni, jajamuunii fi hunnillee keeti» jedha'aa afoo teessoo isaatitti sagadan.