Mudhata Yohaannisii 7:12 - WAADAA LAMMATAA12 «Amiin! eebbii, ulfinni, ogummaan, galanni, jajamuun, hunninii fi jajjabeennillee baraa haga bara baraa Waaqa keennaaf haata'u! Amiin!» jedhan. Gade chapit laWaadaa Haarawa12 Akkana'llee ni jedhan, «Ameen farfannaa, ol aanttummaa, ogummaa, galataa fi ulfinni, humnnitii fi jabeenni'llee, Waaqa keennaaf, baraa haga baraa titti haa ta'u! Ameen.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 «Amiin! eebbii, ulfinni, ogummaan, galanni, jajamuun, hunninii fi jajjabeennillee baraa haga bara baraa Waaqa keennaaf haa ta'u! Amiin!» jedhan. Gade chapit la |