Mudhata Yohaannisii 6:7 - WAADAA LAMMATAA7 Hennaa chaappaa arfaffa'aa hiike laagaan busaayaa arfaffa'aa koottuu laali hennaa jedhu dhagaye. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Hoolichi chaaphaa arfaffaa yeroo banetti qooniqqi bineenssa arfaffaa, «Koottu!» yoo jedhu ni dhagaye, Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Hennaa chaappaa arfeesso'oo hiike laagaan busaayaa arfeesso'oo hennaa, «koottuu laali» jedhu dhagaye. Gade chapit la |