Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 6:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Hennaa chaappaa lammaffa'aa hiike, busaayaan lammaffa'aa hennaa koottuu laali jedhu dhagaye.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Hoolichi chaaphaa lammaffaa yeroo banetti, bineenssi lammaffaa, «Koottu!» yoo jedhu, ni dhagaye.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Hennaa chaappaa lammeesso'oo hiike, busaayaan lammeesso'oo hennaa «koottuu laali» jedhu dhagaye.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 6:3
4 Referans Kwoze  

Bineensa sanniin keessaa ka duraa leenca fakkaata. Ka lammaffa'aa waatiyyoo fakkaata. Ka sadaffa'aa fuulli isaa akka fuula namaati; ka arfaffa'aa ammoo bajjaan fakkaata.


Hoolaanillee hennaa chaappaa torbaa keessaa tokko yoo hiiku arge; busaayaa arfan keessaa tokko laagaa gigissaa fakkaatuun «Koottuu» laali hennaa jedhu dhagaye.


Isaanillee deemanii worra eegan woliin dhaqanii dhagaa awwaalaa irratti chaappeessanii eessisan.


Hennaa chaappaa torbaffa'aa hiike haga wodhakkaa sa'aatii tokko samii irratti hin cadhifame.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite