Mudhata Yohaannisii 6:15 - WAADAA LAMMATAA15 Mootonni lafaa, bulchoonni, ajajoonni, loltuun kumaa, dureeyyii, jajjaboonni, garboonni, gooftoonni maruu goda gaaroota dhaga'aa keessatti dhokatan. Gade chapit laWaadaa Haarawa15 Nugusonni arddi'ii, bulchitoonni, itti gaafatamoonni woraanaa, dureessitoonni, jajaboonni, tajaajilttootaa fi goofttonni marri'llee, godootaa fi gaarotaa keessatti ni dhokatan, Gade chapit laKitaaba Woyyuu15 Mootonni lafaa, bulchoonni, ajajoonni, loltuun kumaa, dureeyyii, jajjaboonni, garboonni, gooftonni maruu goda gaarran dhaga'aa keessatti dhokatan. Gade chapit la |