Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 6:14 - WAADAA LAMMATAA

14 Samiin akka kitaabaa maramtee lufte gaarrinii fi tulluun maruu hulee isaaniitii badan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

14 Samiin'llee akka kitaaba kaldho'oo titti mamaramee ni dhabamsiifame, gaarotaa fi eddoolaan marri'llee bakka isaaniitii ni fudhataman.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

14 Samiin akka kitaabaa maramtee lufte; gaarrinii fi tulluun maruu hulee isaaniitii badan.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 6:14
16 Referans Kwoze  

Tulluun bisaaniin marfaman maruu hin dheessan; gaarranillee hin badan.


Guyyaan Goofta'aa ammoo akka hattu'uu ta'ee dimmaa dhufa. Guyyaa san samiiwwan laagaa guddaa dhageessisa'aa lufan, uumamni samii keessaa oo'a gudda'aan baqan. Lafaa fi wonti isii irra jiru maruu hin gubata.


Teessoo gudda'aa fi adii ka isa irra taa'eerullee hin arge; Ardi'ii fi samiinillee isa afo'oo dheessan. Huleen isaanii hin argamne.


Ardii haarawaa fi samii haarawallee arge. Ardiin duraatii fi samiin duraa lufaniiran, galaannillee duranaa hin jiru.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite