Mudhata Yohaannisii 6:13 - WAADAA LAMMATAA13 Addeessillee hin diimate. Abshookkaan guddisee qilleensaan raafamee akka qaaraa daraaraa buuftuutitti urjiin sami'ii gara lafaa gadi harca'an. Gade chapit laWaadaa Haarawa13 Ji'oota gannaatiin bubbeen cimaan muka harbbu'uu yoo sochoosu akkuma firiin isaa muka irraa harca'utti, urjjiiwwan sami'ii'llee ni harca'an. Gade chapit laKitaaba Woyyuu13 Addeessillee hin diimate. Munni hurbu'uu guddisee qilleensaan raafamee akka qaaraa daraaraa buuftuutitti urjiin sami'ii gara lafaa gadi harca'an. Gade chapit la |