Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 5:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Kitaaballee banuu yookiin laaluun ka malu eennullee waan hin argamneef guddisee booye.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Kitaaba kaldho'oo maramaa banu'uu fi keessa isaa'llee laaluun ka isaan male waan hin argaminiif, haalaan ni booye,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Kitaaballee banuu yookaan laaluun ka malu eennullee waan hin argamneef guddisee booye.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 5:4
4 Referans Kwoze  

Achiin maayii ani ol laalee samii keessatti balbala baname arge. Laagaa akka Xurumba'aatitti natti dubbatu dhagaye. Laagaan duraan dhagaye, «As bayi ani waan duranaa ta'u'uuf ta'u sitti mudhisaa» naan jedhe.


Ardii, sami'itti, lafa jalattillee yoo ta'e kitaaba banuu yookiin laaluun eennullee hin danda'amne.


Mangudoota keessa tokko, «Hin booyin! Kunoo, leenci gosa Yihuuda'aa Inni hidda Daawitii kitaaba banu'uuf chaappaa torbaallee hiiku'uuf mooyateera» naan jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite