Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 5:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Ka teessoo irraa ta'eef harka isaa ka mirgaa keessaa fi duuba irratti barreeffame barreeffama erbe'ee ka chaappaa torbaan cufame arge.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Harka mirgaa ka teessoo irra taa'eetiin, keessaa fi duubaan ka irratti barreeffame, chaapphaa torbaan ka cufame, kitaaba kaldho'oo maramaa ni arge,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Ka teessoo irraa ta'eef harka isaa ka mirgaa keessaa fi duuba irratti barreeffame barreeffama erbe'ee ka chaappaa torbaan cufame arge.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 5:1
16 Referans Kwoze  

Hoolaan sunillee dhufee harka mirgaa ka teessoo irra taa'ee irraa kitaaba fudhate.


Kitaabattii diqqoo banamte harkatti qabateera. Luka isaa ka mirgaatiin galaana irraa, ta biita'aatiin lafa irra dhaabate.


Hoolaanillee hennaa chaappaa torbaa keessaa tokko yoo hiiku arge; busaayaa arfan keessaa tokko laagaa gigissaa fakkaatuun «Koottuu» laali hennaa jedhu dhagaye.


Ardii, samii'i, lafa jalattii fi uumamni galaana irra jiranii fi wonti isa keessa jiru martuu hennaa, «Eebbi, ulfinni, galanni, hunni, baraa haga bara baraa ka teessoo isaa irra taa'eef, hoolaa Rabbiitii haata'u» jedhan dhagaye.


Ka teessoo san irra taa'eeru, bifti isaa akka dhagaa gatii guddaa Iyyaasphiidiiniitii fi sardinoonii calanqisee mudhata. Naannawa teessoo sanii funyaan karaabaa ka bifti isaa dhagaa maraagidii fakkaatutu jira.


Busaayonnillee ka teessoo irraa ta'ee fi ka baraa haga bara baraa ka jireennaan jiraatu hennaa isaa ulfinna jaju'u fi galata kennaniif,


Gaarranii fi dhagoonni, «Nu irratti kufaa'a lola ka teessoo irra ta'eetiif lola hoolaa Rabbii jalaa nu dhossaa'a.


Hennaa chaappaa torbaffa'aa hiike haga wodhakkaa sa'aatii tokko samii irratti hin cadhifame.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite