Mudhata Yohaannisii 4:7 - WAADAA LAMMATAA7 Bineensa sanniin keessaa ka duraa leenca fakkaata. Ka lammaffa'aa waatiyyoo fakkaata. Ka sadaffa'aa fuulli isaa akka fuula namaati; ka arfaffa'aa ammoo bajjaan fakkaata. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Bineenssi jalqabaa leencca ni fakkaata ture, lammaffaa qotiyyoo ni fakkaata ture, sadaffaan fuula namaa fuula fakkaatu ni qaba ture, arffafaan'llee risaa bararu ka fakkaatu ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Bineensa sanniin keessaa ka duraa leenca fakkaata. Ka lammeesso'oo waatiyyoo fakkaata. Ka sadeesso'oo fuulli isaa akka fuula namaati; ka arfeesso'oo ammo bajjaan fakkaata. Gade chapit la |