Mudhata Yohaannisii 3:17 - WAADAA LAMMATAA17 ‹Ani qabaata'a, dureessallee ta'eera, womaa na hin barbaachisu waan jettuuf hiyyeessa deegaa, hiyyessa balla'aa fi ka qullaa hafte ta'uu kee waan hin beenneef.› Gade chapit laWaadaa Haarawa17 ani dureessa, qabeenna baayi'ee ni qaba, wonitti natti dhidhatu womaayyuu hin jiran ni jetta, garuu miidhamaa, gad aanaa hiyyeessa, jaama'aa fi ka qullaa jirttu ta'uu kee hin beekittu, Gade chapit laKitaaba Woyyuu17 ‹Ani qabaata'a; dureessallee ta'eera; womaa na hin barbaachisu waan jettuuf hiyyeessa deegaa, hiyyeessa balla'aa fi ka qullaa hafte ta'uu kee waan hin beenneef.› Gade chapit la |