Mudhata Yohaannisii 3:15 - WAADAA LAMMATAA15 Akka ati qabbanaayaa yookiin oo'aa hin taane hujii kee hin beeka. Qabbanaayaa yookiin oo'aa uduu taatee misha'a. Gade chapit laWaadaa Haarawa15 hujii kee ni beeka, ati qabbanaayaa yookiin oo'a miti, qabbanaayaa yookiin oo'a taatee uduu jiraateetii, mishaa ni ta'a ture! Gade chapit laKitaaba Woyyuu15 Akka ati qabbanaayaa, yookaan oo'aa hin taane hujii kee hin beeka. Qabbanaayaa yookaan oo'aa uduu taatee misha'a. Gade chapit la |
Ulfinnaa fi galanni Rabbiif, daraaraan qajeellumma'aa ka Yesuus Kiristoosiin irraa argamu isin keessa guutee, guyyaa gaafa Kiristoos dhufuutitti qophooftanii, qajeellootaa fi mudaa malee akka taataniif waan mishaa qorattanii akka jaalattan, jaalalti teessan beekkomsaa fi hubannaa maraan ka duraa caalaa guddatee akka badhatu ani kana isinii kadhadha.