Mudhata Yohaannisii 3:14 - WAADAA LAMMATAA14 Maleekkaa Woldaa Kiristaanaa Lodoqiyaa jirtuutiif akkana jedhii barreessi: inni Amiin jedhamu ka amanameef ragaan dhuga'aa ka Rabbiin biratti madda uumama maraa ta'e akkana jedha. Gade chapit laWaadaa Haarawa14 Maleyikkaa woldaya amantii Loodooqiya'aatiif akkana jedhii barreessi, Kun Ameenii ka ta'e, amanama'aa fi ragaa dhugaalessa ka ta'e irraa, uumama Waaqaa maraaf argama ka ta'e irraa ka himame, Gade chapit laKitaaba Woyyuu14 Maleekkaa Woldaa Kiristaanaa Lodoqiyaa jirtuutiif akkana jedhii barreessi; inni Amiin jedhamu ka amanamee fi ragaan dhuga'aa ka Rabbiin biratti madda uumama maraa ta'e akkana jedha. Gade chapit la |