Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhata Yohaannisii 22:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Maqaan isaa kallacha isaanii irraa jira.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 fuula isaa'llee ni argan, maqaan isaa'llee kallacha isaanii maratti irra ni ta'a,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Maqaan isaa kallacha isaanii irra jira.

Gade chapit la Kopi




Mudhata Yohaannisii 22:4
18 Referans Kwoze  

Kunoo hoolaa gaara Tsiyoonii irra dhaabate arge. Isa woliin worra maqaan isaaniitii fi maqaan Abbaa isaa ka kallacha isaanititti barreeffame, kuma dhibba tokkoo fi kuma afurtamii afuri.


Worri yaanni garaa isaanii qulqulluu ta'e worra eebbifame; isaan Rabbiin waan arganiif!


Nama injifate galma Waaqa kiyyaa keessatti utubaa isa taasisa. Inni horoma duranaallee achi keessaa hin bayu. Ani maqaa Waaqa kiyyaatii fi maqaa qachaa Waaqa kiyyaa ta Yeruusaalemii haarawa sami'ii dhuftuuf maqaa kiyya haarawa isa irratti barreessa.


Namoota maraa woliin nagayaan jiraadhaa'a Woyyoomuu barbaadaa'a. Isaan malee ka Gooftaa arguu danda'u waan hin jirreef.


«Garboota Waaqa keennaa haga kallacha isaanii chaappeessinuuf lafa, galaana yookiin mukkiin hin miidhinaa'a» isaaniin jedhe.


Adha akka waan ufargaa dimimmisaa keessa laaluuti; hennaa san ammoo addaata'atti wol argina. Wonti amma beeku hago'o. Hennaa san ammoo anillee akkasuma akka beekkame hin beeka.


«Abbaa! Uduu adunyaan hin uumamne waan na jaalatteef, ulfinna naa kennite akka argan hulee ani jiru; isaaniin naa kennitellee akkasuma woliin akka ta'an jaaladha.


Ka naa hojjatu yoo jiraate, na faanaa haa deemuu; hulee ani jirullee hin jiraata. Ka naa hojjatu yoo jiraate Aabba hin kabajjaan.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite