Mudhata Yohaannisii 22:21 - WAADAA LAMMATAA21 Badhaani Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii isin maraa woliin haata'u; amiin! Gade chapit laWaadaa Haarawa21 Kennaan bilisaa ka Gooftaa keenna Yesusii isin mara woliin haa ta'u, Ameen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu21 Badhaani Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii isin maraa woliin haa ta'u; amiin! Gade chapit la |
Woldoota Kiristaanaa torban biyya Isiya'aa keessa jiraniif, Rabbii dur ture, ka ammallee jiru, ka dhufu'uuf ta'uuf, Ayyaanota torban, teessoo jeennata isaa afoo jiran biraa, akkasuma Yesuus Kiristoos ragaa dhuga'aa amanamaa ka worra du'an keessaa hangafa ta'ee kaafameef, Yohaannisii bulchaa mootota lafa kanaa ta'e irraa badhaadhumma'aa fi nageenni isiniif haa ta'u. Ka nu jaalatee cubbuu keenna irraa dhiiga ufiitiin nu dhiqee bilisa nu baasee,