Mudhata Yohaannisii 22:2 - WAADAA LAMMATAA2 Laga gamaa fi gamana ji'a ji'aan muka jireennaa daraaraa kudha lamaa kennutu jira. Baallii mukaa ka banniin itti fayye. Gade chapit laWaadaa Haarawa2 laginni kun'llee karaa magaalatti'ii guddaa jidduu kutee ni dabrra, bita'aa fi mirga lagichaatiin ji'uma ji'aan daraara'aa wogga'atti yeroo kudha lamaaf firii ka kennu, muka jireennaa titu jira ture, baalli mukichaa'llee ummattoota fayyisu'uuf ni tajaajilan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Laga gamaa fi gamana ji'a ji'aan muka jireennaa ka daraaraa kudha lamaa kennutu jira. Baallii mukaa ka baniin itti fayye. Gade chapit la |