Mudhata Yohaannisii 22:19 - WAADAA LAMMATAA19 Eennullee dubbii kitaaba raagaa kana keessaa yoo hanqise, hiree isaa muka jireennaa ka kitaaba kanatti barreeffamee, qachattii woyyittii Rabbii keessaa jalaa hanqisa. Gade chapit laWaadaa Haarawa19 Eennu'llee dubbii kitaaba raagaa kana keessatti barreeffaman keessaa waan tokko yoo dhidhise, kitaaba kana keessatti ka himaman firii muka jireennaatii fi magaalaa Qulqullitti'ii, Waaqinni gayaa isaa irraa in dhidhisa. Gade chapit laKitaaba Woyyuu19 Eennullee dubbii kitaaba raagaa kana keessaa yoo hanqise, hiree isaa muka jireennaa ka kitaaba kanatti barreeffame, qachattii woyyittii Rabbii keessaa gayee isaa jalaa hanqisa. Gade chapit la |